Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Paappuwaa Niiwu Giinii

  • Poorti Mooresbaay, Paappuwaa Niiwu Giiniitti faan Took Piisiiniin caqasa yommuu dubbisan

Odeeffannoo Gabaabaa—Paappuwaa Niiwu Giinii

  • 9,466,000—Baayʼina uummataa
  • 5,692—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 89—Gumiiwwan
  • 1 nama 1,999f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

KUUSAA KEENYA KEESSAA

Laayitbiirari Ifa Hafuuraa Kibba Baha Eeshiyaatti Geesse

Mormiin jiraatus, imaltoonni Laayitbiirari muraasni ifa Kitaaba Qulqulluu ija jabinaan naannoo balʼaa uummata hedduu qabutti babalʼisaniiru.