Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Niiwuu

Odeeffannoo Gabaabaa—Niiwuu

  • 2,000—Baayʼina uummataa
  • 20—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 1—Gumiiwwan
  • 1 nama 105f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

“Callee Gatii Guddaa Qabu” Arganneerra

Jireenya gammachiisaa Wiinistanii fi Paamilaa Peeyin Awustiraaliyaa keessatti dabarsan dubbisi.