Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Naayijeeriyaa

  • Naayijeeriyaa, Idaanree keessatti Masaraa Eegumsaa utuu raabsanii

Odeeffannoo Gabaabaa—Naayijeeriyaa

  • 222,182,000—Baayʼina uummataa
  • 400,375—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 6,071—Gumiiwwan
  • 1 nama 589f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

BUUSIIN GOOTAN FAAYIDAA IRRA OOLAA KAN JIRU AKKAMITTI?

Tamsaasa Saatalaayitii Dhugaa Baatota Yihowaa Bakka Intarneetiin hin Jirretti Tajaajilu

Obboloonni Afriikaa Intarneetii dhabanis sagantaa JW Biroodkaastingii kan ilaalan akkamitti?

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Dhaalli Kiristiyaanaa Karaa Hafuuraa Akkan Guddadhu na Gargaareera

Seenaa jireenyaa Wuudwoorz Miils isa gara waggaa 80tiif amanamummaadhaan Yihowaa tajaajilee dubbisi.

HOJII IJAARSAA

Naayijeeriyaa Keessatti Galmawwan Mootummaa 3,000 Ijaaramaniiru

Naayijeeriyaa keessatti ijaarsi Galma Mootummaa sadarkaa guddaa irra gaʼuu isaa wajjin haala walqabateen walgaʼiin addaa qophaaʼee ture. Hojiin Dhugaa Baatonni Yihowaa bara 1920 irraa eegalee hojjechaa turan gabaabaatti ibsameera.