Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Maalaawwii

Odeeffannoo Gabaabaa—Maalaawwii

  • 20,728,000—Baayʼina uummataa
  • 109,108—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 1,882—Gumiiwwan
  • 1 nama 211f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Yihowaan Daandii Koo Akka Qajeelchu Heyyameera

Seenaa Jireenyaa: Kiit Iitan

BUUSIIN GOOTAN FAAYIDAA IRRA OOLAA KAN JIRU AKKAMITTI?

Tamsaasa Saatalaayitii Dhugaa Baatota Yihowaa Bakka Intarneetiin hin Jirretti Tajaajilu

Obboloonni Afriikaa Intarneetii dhabanis sagantaa JW Biroodkaastingii kan ilaalan akkamitti?

BARREEFFAMOOTA QOPHEESSUU

Afriikaa Keessatti Qaroo Dhabeeyyii Gargaaruu

Namoonni qaroo dhabeeyyii taʼanii fi Maalaawwii keessa jiraatan afaan Chicheewaatiin Bireeyilii argachuu isaaniitti wanta itti dhagaʼame ibsu.