Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Miyaanmaar

  • Taa Baawut Niguu, Miyaanmaar—Barreeffama Kitaaba Qulqulluu qayyabachuuf gargaaru kennaa jiru

Odeeffannoo Gabaabaa—Miyaanmaar

  • 56,145,000—Baayʼina uummataa
  • 5,171—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 96—Gumiiwwan
  • 1 nama 10,962f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru— Maayaanmaar

Dhugaa Baatonni Yihowaa hedduun biyya isaanii dhiisanii lallabaaf Maayaanmaar akka deeman kan isaan kakaase maali dha?