Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Sirii Laankaa

  • Haaton, Sirii Laankaa—Dubartii baala shaayii funaantuuf birooshura Kitaaba Qulqulluu irratti hundaaʼe kennaa jiru

Odeeffannoo Gabaabaa—Sirii Laankaa

  • 22,181,000—Baayʼina uummataa
  • 7,003—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 98—Gumiiwwan
  • 1 nama 3,195f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

BUUSIIN GOOTAN FAAYIDAA IRRA OOLAA KAN JIRU AKKAMITTI?

Wanti Isaan Irraa Hafe Hirʼina Warra Kaanii Guuteera

Hojiin keenya biyyoota maallaqa gaʼaa hin qabne keessatti raawwatamu kan deggeramu akkamitti?