Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Rippuublikii Kooriyaa

  • Samchang-doong, Seeʼul, Kooriyaa Kibbaa—Kitaaba Qulqulluu irraa barsiisaa jira

  • Nansan-shii, Chuunganam, Kooriyaa Kibbaa—Dubartii hubboo midhaan itti kuusan keessaa midhaan fudhachaa jirtuuf lallabamaa jira

Odeeffannoo Gabaabaa—Rippuublikii Kooriyaa

  • 51,408,000—Baayʼina uummataa
  • 106,161—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 1,252—Gumiiwwan
  • 1 nama 485f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu