Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Aayislaandi

  • Kibba Aayislaanditti birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! Jedhamutti fayyadamanii qonnaan bulaa sanaaf lallabaa jiru.

Odeeffannoo Gabaabaa—Aayislaandi

  • 388,000—Baayʼina uummataa
  • 418—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 7—Gumiiwwan
  • 1 nama 970f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

Dabalataan Ilaali