Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Faransaay

  • Faransaayi magaalaa Paaris keessatti, Laga Siin biratti ergaa Macaafa Qulqulluu namootatti himuu

Odeeffannoo Gabaabaa—Faransaay

  • 64,793,000—Baayʼina uummataa
  • 138,133—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 1,461—Gumiiwwan
  • 1 nama 474f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

“Yihowaan Gara Faransaay Kan Isin Fide Dhugaa Akka Dhageessaniifi”

Walii galteen bara 1919tti Faransaayii fi Poolaandi gidduu godhame wanta hin eegamne geessiseera.

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

“Wanti Aduu Jala Jiru Kam Iyyuu Isin Dhowwuu Hin Qabu!”

Tajaajiltoonni yeroo guutuu addaa Faransaay keessa turan waggoota 1930mmaniitti gama hinaaffaa fi obsaan fakkeenya guddaa taʼu.

Dabalataan Ilaali