Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Odoolota Faaroo

  • Mandara Jaagvi ishii Eestarooy, Odolawwan Faarootti argamtutti birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamutti fayyadamuudhaan gaaffii Kitaaba Qulqulluu deebisuu.

Odeeffannoo Gabaabaa—Odoolota Faaroo

  • 55,000—Baayʼina uummataa
  • 137—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 4—Gumiiwwan
  • 1 nama 417f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

Dabalataan Ilaali