Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Itoophiyaa

  • Mandara Xis Abbaay, Itoophiyaa—Birooshura Afaan Amaaraatiin qophaaʼe kennaa jirti

Odeeffannoo Gabaabaa—Itoophiyaa

  • 123,771,000—Baayʼina uummataa
  • 11,512—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 206—Gumiiwwan
  • 1 nama 11,053f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Yihowaan Hamma Ani Yaade Caalaa Na Eebbiseera

Maanfireed Toonaak muuxannoo inni biyyoota Afrikaa keessatti misiyoonii taʼee tajaajiluun isaa amalawwan akka obsaa,gammachuu fi amalawwan kan biroo akka horatu isa gargaareera.