Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Ispeen

  • Agaatee, Odoolawwan Kaanaarii, Ispeen—Birooshura Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe! jedhamu raabsuu

Odeeffannoo Gabaabaa—Ispeen

  • 48,197,000—Baayʼina uummataa
  • 122,061—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 1,397—Gumiiwwan
  • 1 nama 397f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

DAMMAQAA!

Ispeeniin haa Daawwannu

Ispeen gosoota garaa garaa fi uummata heduu qabdi. Addunyaa irratti zayitii ejersaa oomishuudhaan biyyi Ispeeniin qixxaatu akka hin jirre beektaa?

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Dubartoonni Moloksee Turan Obbolaa Hafuuraa Waliif Taʼan

Wanti gaadaamiidhaa akka baʼanii fi amantii Kaatolikii akka dhiisan isaan kakaase maali dha?