Odeeffannoo Gabaabaa—Koostaa Riikaa
- 5,213,000—Baayʼina uummataa
- 32,084—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
- 429—Gumiiwwan
- 1 nama 163f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu
Kostaa Rikaa, magaalaa Zaarseerootti naannoo magaalattii irraa fagaatee jirutti tiksee tokkotti Dhugaa Macaafa qulqulluu himuu