Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Siwiizerlaandi

  • Zuuriik, Siwiizarlaandi—Poostarii harkaan qabamutti fayyadamanii ergaa Kitaaba Qulqulluu beeksisuu

  • Luusarn, Siwiizarlaandi—Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu jw.org irratti argamu itti argisiisaa jiru

  • Naannoo Laavooksi, Suwiizarlaandi​—Ergaa Kitaaba Qulqulluu namootatti himuu

Odeeffannoo Gabaabaa—Siwiizerlaandi

  • 8,813,000—Baayʼina uummataa
  • 20,024—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 258—Gumiiwwan
  • 1 nama 445f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

KUUSAA KEENYA KEESSAA

Wantoota Qaban Keessaa Isa Hundumaa Irra Caalu Kennaniiru

Dhugaa Baatonni Yihowaa waraana addunyaa lammaffaa booda obboloota isaanii Jarman jiraataniif saffisaan gargaarsa kan godhan akkamitti?

Dabalataan Ilaali