Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Rippuublikii Koongoo

Odeeffannoo Gabaabaa—Rippuublikii Koongoo

  • 5,941,000—Baayʼina uummataa
  • 9,517—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 123—Gumiiwwan
  • 1 nama 661f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

HAWAASA GARGAARUU

Yommuu Balaan Uumamu, Jaalalli Gargaarsa Kennuuf Nu Kakaasa

Dhugaa Baatonni Yihowaa biyyoota hedduu keessa jiraatan namoota rakkinni isaan irra gaʼeef gargaarsa kennaniiru.

Dabalataan Ilaali